LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 13:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Yoʼaas+ ilmi Akaaziyaa+ mootiin Yihudaa mootii taʼee waggaa 23ffaa isaatti, Yehoʼahaaz ilmi Yehuu+ Samaariyaa keessa taaʼee Israaʼel irratti mootii taʼe; waggaa 17fis ni bulche.

  • 2 Mootota 13:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Yoʼaas mootiin Yihudaa mootii taʼee waggaa 37ffaa isaatti, Yoʼaas+ ilmi Yehoʼahaaz Samaariyaa keessa taaʼee Israaʼel irratti mootii taʼe; waggaa 16fis ni bulche.

  • 2 Mootota 14:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Ilma Yoʼaas mootii Yihudaa kan taʼe Amaaziyaan mootii taʼee waggaa 15ffaa isaatti, ilma Yoʼaas mootii Israaʼel kan taʼe Yeroboʼaam+ Samaariyaa keessa taaʼee mootii taʼe; inni waggaa 41f ni bulche.

  • 2 Mootota 15:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Azaariyaan+ mootiin Yihudaa mootii taʼee waggaa 38ffaa isaatti ilma Yeroboʼaam kan taʼe Zakkaariyaas+ Samaariyaa keessa taaʼee Israaʼel irratti mootii taʼe; jiʼa jaʼaafis ni bulche.

  • 2 Mootota 15:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Kunis wanti Yihowaan, “Ilmaan kee hamma dhaloota afuriitti+ teessoo Israaʼel irra ni taaʼu” jedhee Yehuutti dubbate akka raawwatamu godheera.+ Wanti taʼes kanuma ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi