LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 10:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Kanaafuu Yihowaan Yehuudhaan, “Ati mana Ahaab irratti wantan garaa kootti yaade+ hunda gochuudhaan wanta gaarii fi wanta na duratti sirrii taʼe waan raawwatteef, ilmaan kee hamma dhaloota afuriitti teessoo Israaʼel irra ni taaʼu”+ jedhe.

  • 2 Mootota 10:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Achiis Yehuun abbootii isaa wajjin ni boqote; isaanis Samaariyaa keessatti isa awwaalan; ilmi isaa Yehoʼahaazis+ bakka isaa mootii taʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi