2 Mootota 13:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Eelsaaʼi+ dhukkuba yeroo booda isa ajjeeseen qabamee yeroo turetti, Yoʼaas mootiin Israaʼel gara isaatti gad buʼee, “Abbaa koo! Abbaa koo! Gaarii fardaa Israaʼel, abbootii fardeenii isaas!”*+ jedhee isa duratti booʼe.
14 Eelsaaʼi+ dhukkuba yeroo booda isa ajjeeseen qabamee yeroo turetti, Yoʼaas mootiin Israaʼel gara isaatti gad buʼee, “Abbaa koo! Abbaa koo! Gaarii fardaa Israaʼel, abbootii fardeenii isaas!”*+ jedhee isa duratti booʼe.