-
2 Mootota 2:11, 12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Utuu isaan waliin dubbachaa deemaa jiraniis akkuma tasaa gaariin fardaa ibiddaa tokkoo fi fardeen ibiddaa+ lamaan isaanii addaan baasan; Eeliyaasis obomboleettii keessaan gara samiitti ol baʼe.+ 12 Eelsaaʼi utuu ilaalaa jiruu, “Abbaa koo! Abbaa koo! Gaarii fardaa Israaʼel, abbootii fardeenii isaas”+ jedhee iyye. Yommuu isa arguu dadhabuttis, uffata ofii isaa qabee bakka lamatti tarsaase.+
-