2 Mootota 12:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yehuun+ mootii taʼee waggaa torbaffaa isaatti, Yoʼaas+ mootii ni taʼe; Yerusaalem keessa taaʼees waggaa 40f ni bulche. Maqaan haadha isaa Ziibiyaa yeroo taʼu, ishiin nama biyya Ber Sheebaa turte.+
12 Yehuun+ mootii taʼee waggaa torbaffaa isaatti, Yoʼaas+ mootii ni taʼe; Yerusaalem keessa taaʼees waggaa 40f ni bulche. Maqaan haadha isaa Ziibiyaa yeroo taʼu, ishiin nama biyya Ber Sheebaa turte.+