-
2 Mootota 11:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Haa taʼu malee, Yoshebaan intalli Yooraam obboleettiin Akaaziyaa, ilmaan mootichaa warra ajjeefamuuf jedhan gidduudhaa Yoʼaas+ ilma Akaaziyaa hattee fudhattee isaa fi guddiftuu isaa kutaa ciisichaa isa gara keessaa keessatti dhoksite. Isaan Ataaliyaa jalaa waan isa dhoksaniif, inni utuu hin ajjeefamin hafe.
-