5 Kanaafuu, inni lubootaa fi Leewwota walitti qabee, “Gara magaalota Yihudaatti deemaatii maallaqa waggaa waggaadhaan mana Waaqa keessanii haaressuuf oolu guutummaa Israaʼel irraa walitti qabaa;+ dhimma kanas dafaatii raawwadhaa” isaaniin jedhe. Leewwonni garuu dafanii tarkaanfii hin fudhanne.+