-
2 Seenaa Baraa 24:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Hojicha akkuma xumuraniinis, maallaqa isa hafe gara mootichaa fi gara Yehoyaadaatti ni fidan; isaanis maallaqicha miʼawwan mana Yihowaatiif barbaachisan, miʼawwan tajaajilichaaf barbaachisanii fi aarsaawwan dhiheessuuf barbaachisan, akkasumas xoofoowwan, miʼawwan warqii fi meetii hojjechuuf itti fayyadaman.+ Bara Yehoyaadaan ture hundumaattis mana Yihowaatti yeroo hundumaa aarsaawwan gubaman+ ni dhiheessu turan.
-