LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 37:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Sana booda warqii qulqulluu irraa miʼawwan minjaalicha irra kaaʼaman, jechuunis saaniiwwan, xoofoowwan, akkasumas saaniiwwan golboo fi okkoteewwan warra aarsaawwan dhugaatii keessaa dhangalaafaman ni tolche.+

  • Lakkoofsa 7:84
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 84 Iddoon aarsaa sun yeroo dibametti kennaan eebba+ iddoo aarsaa sanaatiif ajajjoonni Israaʼel fidan kana ture: saaniiwwan meetii 12, saaniiwwan golboo meetii irraa tolfaman 12, xoofoowwan warqii 12,+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi