LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 5:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 “Namni* tokko utuu itti hin yaadin wantoota qulqulluu warra kan Yihowaa taʼan irratti cubbuu hojjechuudhaan amanamaa utuu hin taʼin yoo hafe,+ bushaayee isaa keessaa korbeessa hoolaa mudaa hin qabne aarsaa yakkaaf dhihaatu godhee Yihowaadhaaf haa fidu;+ gatiin isaa akka madaallii sheeqilii iddoo qulqulluu dhaabbataa taʼe* sanaatti meetii sheeqiliitiin* haa shallagamu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi