LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 18:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Ati immoo amma, ‘Dhaqi, “Eeliyaas as jira” jedhiitii gooftaa keetti himi’ naan jetta. 12 Ani yommuun si irraa addaan baʼu, hafuurri Yihowaa gara bakka ani hin beeknetti si geessa;+ Ahaabitti ergan himee booda inni yoo si dhabe akka na ajjeesu beekamaa dha. Haa taʼu malee, ani tajaajilaan kee ijoollummaa kootii jalqabee Yihowaa nan sodaadha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi