-
2 Mootota 14:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Yoʼaas+ Ilmi Yehoʼahaaz mootii Israaʼel mootii taʼee waggaa lammaffaa isaatti, Amaaziyaan ilmi Yoʼaas mootii Yihudaa mootii ni taʼe.
-
-
2 Mootota 14:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Mootummichi isa jalatti akkuma isaaf jabaateen, tajaajiltoota isaa warra abbaa isaa mooticha ajjeesan ni ajjeese.+
-