-
2 Seenaa Baraa 24:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Isaan isa dhiisanii yommuu deebiʼan (isaan akka malee waan isa madeessaniif*), inni dhiiga ilmaan* Yehoyaadaa lubichaa waan dhangalaaseef, tajaajiltoonni isaa isa irratti ni mariʼatan.+ Isaanis utuma inni siree isaa irra jiruu isa ajjeesan.+ Innis ni duʼe; isaanis iddoowwan awwaalchaa moototaa keessatti utuu hin taʼin,+ Magaalaa Daawit keessatti isa awwaalan.+
-