-
2 Seenaa Baraa 21:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Inni yeroo mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 32 ture; Yerusaalem keessa taaʼees waggaa saddeetiif ni bulche. Yeroo duʼettis namni tokko illee isaaf hin gaddine. Kanaafuu, isaan Magaalaa Daawit keessatti isa awwaalan;+ haa taʼu malee, kan isa awwaalan iddoowwan awwaalchaa moototaa keessatti hin turre.+
-
-
2 Seenaa Baraa 28:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Achiis Akaaz abbootii isaa wajjin ni boqote; isaan magaalaa Yerusaalem keessatti isa awwaalan malee, gara iddoo awwaalchaa mootota Israaʼelitti isa hin fidne.+ Ilmi isaa Hisqiyaasis bakka isaa mootii taʼe.
-