LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 21:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Achiis Yihowaan Filisxeemotaa*+ fi Araboota+ warra namoota Itoophiyaatti dhihoo jiran Yooraam irratti ni kakaase.+

  • 2 Seenaa Baraa 21:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Inni yeroo mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 32 ture; Yerusaalem keessa taaʼees waggaa saddeetiif ni bulche. Yeroo duʼettis namni tokko illee isaaf hin gaddine. Kanaafuu, isaan Magaalaa Daawit keessatti isa awwaalan;+ haa taʼu malee, kan isa awwaalan iddoowwan awwaalchaa moototaa keessatti hin turre.+

  • 2 Seenaa Baraa 33:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Achiis Minaaseen abbootii isaa wajjin ni boqote; isaanis mana isaatti isa awwaalan; ilmi isaa Amoon bakka isaa mootii taʼe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi