-
1 Mootota 16:34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
34 Bara Ahaabitti Hiʼeel namni Beetel, Yerikoo deebisee ni ijaare. Akkuma dubbii Yihowaan karaa Iyyaasuu ilma Nuun dubbatetti, yeroo inni buʼuura magaalattii kaaʼetti ilmi isaa inni angafaa Abiraam ni duʼe; yeroo inni balbaloota ishii dhaabetti immoo ilmi isaa inni quxisuun Seguub ni duʼe.+
-