11 Achiis Amaaziyaan onnatee loltoota isaa gara Sulula Soogiddaatti+ geesse; namoota Seʼiir 10,000s ni ajjeese.+ 12 Namoonni Yihudaas namoota 10,000 ni boojiʼan. Achiis gara fiixee kattaatti isaan geessanii, fiixee kattaa sanaa irraa gad isaan darbatan; hundi isaaniis caccabanii hurraaʼan.