LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 14:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Inni Sulula Soogiddaa+ keessatti namoota Edoom+ 10,000 ni ajjeese; waraanaanis Seelaa ni qabate;+ maqaan ishiis hamma harʼaatti Yoqteʼel jedhame.

  • 2 Seenaa Baraa 20:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Ammas namoonni Amoon, namoonni Moʼaabii fi namoonni naannoo gaarotaa Seʼiir+ warri ati yommuu Israaʼelonni biyya Gibxiitii baʼanitti akka isaan weeraran hin heyyamneef sun as jiru. Israaʼelonni isaan dhiisaniiru; isaan hin balleessines.+ 11 Ammas isaan qabeenya kee isa dhaalaan nuuf kennite keessaa nu ariʼuudhaan gatii nuuf deebisuuf dhufaniiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi