Abbootii Murtii 11:23, 24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 “‘Amoorota saba isaa Israaʼel+ duraa kan ariʼe Yihowaa Waaqa Israaʼeli; maarree, amma ati isaan ariʼuuf jettaa? 24 Ati wanta waaqni kee Kemoosh+ akka dhaaltu siif kenne akkamii iyyuu hin dhaaltuu? Nuti warra Waaqni keenya Yihowaan nu duraa ariʼe hundumaa ni ariina.+ Faarfannaa 83:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Sababiin isaas, kunoo diinonni kee wacaa jiru;+Warri si jibbanis gocha of tuulummaa raawwachaa* jiru. Faarfannaa 83:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 “Maqaan Israaʼel kana booda akka hin yaadatamnetti,Kottaa, sabicha haa balleessinu” jedhu.+
23 “‘Amoorota saba isaa Israaʼel+ duraa kan ariʼe Yihowaa Waaqa Israaʼeli; maarree, amma ati isaan ariʼuuf jettaa? 24 Ati wanta waaqni kee Kemoosh+ akka dhaaltu siif kenne akkamii iyyuu hin dhaaltuu? Nuti warra Waaqni keenya Yihowaan nu duraa ariʼe hundumaa ni ariina.+
2 Sababiin isaas, kunoo diinonni kee wacaa jiru;+Warri si jibbanis gocha of tuulummaa raawwachaa* jiru.