-
2 Mootota 15:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Yeroboʼaam* mootiin Israaʼel mootii taʼee waggaa 27ffaa isaatti, ilma Amaaziyaa+ mootii Yihudaa kan taʼe Azaariyaan*+ mootii taʼe.+ 2 Inni yeroo mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 16 ture; Yerusaalem keessa taaʼees waggaa 52f ni bulche. Maqaan haadha isaa Yikooliyaa yeroo taʼu, ishiin nama Yerusaalem turte.
-