2 Seenaa Baraa 26:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Achiis namoonni Yihudaa hundi Ooziyaa+ isa umuriin isaa waggaa 16 taʼe fuudhanii bakka abbaa isaa Amaaziyaa mootii isa godhan.+ 2 Seenaa Baraa 26:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Ooziyaan+ yeroo mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 16 ture; Yerusaalem keessa taaʼees waggaa 52f ni bulche. Maqaan haadha isaa Yikooliyaa yeroo taʼu, ishiin nama Yerusaalem turte.+
26 Achiis namoonni Yihudaa hundi Ooziyaa+ isa umuriin isaa waggaa 16 taʼe fuudhanii bakka abbaa isaa Amaaziyaa mootii isa godhan.+
3 Ooziyaan+ yeroo mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 16 ture; Yerusaalem keessa taaʼees waggaa 52f ni bulche. Maqaan haadha isaa Yikooliyaa yeroo taʼu, ishiin nama Yerusaalem turte.+