Isaayyaas 1:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 1 Mulʼata Isaayyaas*+ ilmi Amooz bara Ooziyaa,+ Yootaam,+ Akaazii+ fi Hisqiyaas+ warra mootota Yihudaa turanitti+ Yihudaa fi Yerusaalemiin ilaalchisee arge: Isaayyaas 6:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Bara Ooziyaan Mootichi duʼetti,+ Yihowaan teessoo dheeraa fi ol kaʼaa taʼe irra taaʼee nan arge;+ fiixeen uffata isaatiis mana qulqullummaa guutee ture.
1 Mulʼata Isaayyaas*+ ilmi Amooz bara Ooziyaa,+ Yootaam,+ Akaazii+ fi Hisqiyaas+ warra mootota Yihudaa turanitti+ Yihudaa fi Yerusaalemiin ilaalchisee arge:
6 Bara Ooziyaan Mootichi duʼetti,+ Yihowaan teessoo dheeraa fi ol kaʼaa taʼe irra taaʼee nan arge;+ fiixeen uffata isaatiis mana qulqullummaa guutee ture.