29 Hisqiyaas+ umurii isaa waggaa 25tti mootii ni taʼe; Yerusaalem keessa taaʼees waggaa 29f ni bulche. Maqaan haadha isaa Abiiyaa yeroo taʼu, ishiin intala Zakkaariyaas turte.+ 2 Akkuma abbaan isaa Daawit godhetti,+ innis wanta Yihowaa duratti sirrii taʼe ni godhe.+