2 Seenaa Baraa 27:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Akkuma abbaan isaa Ooziyaan godhe, innis wanta Yihowaa duratti sirrii taʼe ni godhe;+ inni garuu kutaa mana qulqullummaa Yihowaa isa dhorkametti hin seenne.+ Haa taʼu malee, uummatichi amma iyyuu gocha hamaa ni raawwata ture.
2 Akkuma abbaan isaa Ooziyaan godhe, innis wanta Yihowaa duratti sirrii taʼe ni godhe;+ inni garuu kutaa mana qulqullummaa Yihowaa isa dhorkametti hin seenne.+ Haa taʼu malee, uummatichi amma iyyuu gocha hamaa ni raawwata ture.