-
1 Mootota 22:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Mootiin Israaʼelis tajaajiltoota isaatiin, “Raamot Giiliyaad+ kan keenya taʼuu ishii beektuu? Nuti garuu mootii Sooriyaa irraa deebisnee fudhachuuf mamaa jirra” jedhe. 4 Achiis Yoshaafaaxiin, “Raamot Giiliyaaditti waraana irratti hirmaachuuf anaa wajjin ni deemtaa?” jedhe. Yoshaafaaxis, “Ana jechuun si jechuu dha. Saba koo jechuun saba kee jechuu dha. Fardeen koo jechuunis fardeen kee jechuu dha” jedhee mootii Israaʼeliif deebise.+
-