-
2 Mootota 3:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Kana malees, “Mootiin Moʼaab ana irratti fincileera. Moʼaabiin waraanuuf anaa wajjin ni deemtaa?” jedhee Yoshaafaax mootii Yihudaatti dhaamsa erge. Yeroo kanatti Yoshaafaax, “Eeyyee nan deema.+ Ana jechuun si jechuu dha. Saba koo jechuun saba kee jechuu dha. Fardeen koo jechuunis fardeen kee jechuu dha” isaan jedhe.+
-