-
2 Seenaa Baraa 28:26, 27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Seenaan isaa inni hafe, wanti inni godhe hundis jalqabaa kaasee hamma dhumaatti Kitaaba Mootota Yihudaa fi Israaʼel keessatti barreeffameera.+ 27 Achiis Akaaz abbootii isaa wajjin ni boqote; isaan magaalaa Yerusaalem keessatti isa awwaalan malee, gara iddoo awwaalchaa mootota Israaʼelitti isa hin fidne.+ Ilmi isaa Hisqiyaasis bakka isaa mootii taʼe.
-