-
Hoseʼaa 10:14, 15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Akkuma badiisa isa Shaalmaan mana Arbeel irratti geessiseetti,
Akkuma guyyaa waraanaa isa haadhotiin ijoollee isaanii wajjin itti caccabsamanitti,
Saba keessan irratti jeequmsi ni kaʼa,
Magaalonni keessan warri dallaa dhagaa qaban hundis ni balleeffamu.+
15 Yaa Beetel, hamminni kee hedduu waan taʼeef, kun si irratti ni raawwatama.+
-