13 Akka kanaan Saaʼol Yihowaadhaaf amanamaa waan hin taaneef ni duʼe; sababiin isaas, inni dubbii Yihowaatiif hin ajajmne,+ akkasumas eker dubbistuu ni gaafate;+ 14 Yihowaa garuu hin gaafanne. Kanaafuu, inni isa ni ajjeese; mootummaa isaas gara Daawit ilma Isseyitti dabarse.+