Keessa Deebii 18:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Namni ilma isaa yookiin intala isaa ibiddaan gubu,*+ namni hooda dubbatu,+ namni falfala raawwatu,+ namni milkii ilaalu,+ Miikiyaas 5:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Ani falfala ati raawwattu* nan balleessa,Namni falfala raawwatus si gidduu hin jiraatu.+
10 Namni ilma isaa yookiin intala isaa ibiddaan gubu,*+ namni hooda dubbatu,+ namni falfala raawwatu,+ namni milkii ilaalu,+