-
Yohaannis 4:20-22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Abbootiin keenya gaara kana irratti waaqeffachaa turan; isin garuu bakki namoonni itti waaqeffachuu qaban Yerusaalemi jettu.”+ 21 Yesuusis akkana ishiidhaan jedhe: “Dubartii nana, na amani, saʼaatiin isin gaara kana irrattis taʼe Yerusaalemitti Abbaa itti hin waaqeffanne ni dhufa. 22 Isin wanta hin beekne waaqeffattu;+ nuti garuu fayyinni karaa Yihudootaa waan dhufuuf,+ wanta beeknu waaqeffanna.
-