-
Lakkoofsa 21:8, 9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Achiis Yihowaan Museedhaan, “Bifa bofa summii qabu* tokkoo tolchiitii utubaa irratti fannisi. Namni hiddame kam iyyuu akka hin duuneef isa ilaaluu qaba” jedhe. 9 Museenis yeruma sana sibiila diimaa irraa bofa tokko tolchee+ utubaa irratti fannise;+ namni tokko yommuu bofaan hiddamu hundumaatti bofa sibiila diimaa irraa tolfame sana ni ilaala, lubbuudhaanis ni oola ture.+
-