LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 19:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Kanaafuu, inni achii baʼee yommuu deemu, Eelsaa’i ilmi Shaafaat qotiyyoon cimdiin 12 fuuldura isaatii utuu qotanii, inni immoo qotiyyoo cimdii isa 12ffaatiin utuu qotuu isa argate. Eeliyaasis gara isaa dhaqee uffata*+ isaa darbatee isa irra buuse.

  • Zakkaariyaas 13:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 “Guyyaa sanatti tokkoon tokkoon raajii yommuu raajii dubbatu mulʼata isaatti ni qaanaʼa; gowwoomsuudhaafis uffata isa rifeensa irraa tolfame hin uffatu.+

  • Ibroota 11:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Kana caalaa maal jechuun dandaʼa ree? Waaʼee Giidewon,+ waaʼee Baaraaq,+ waaʼee Saamson,+ waaʼee Yiftaa,+ waaʼee Daawit,+ akkasumas waaʼee Saamuʼelii+ fi waaʼee raajota kaanii dubbachuuf yeroon na hin gaʼu.

  • Ibroota 11:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Dhagaadhaan tumamaniiru,+ qoramaniiru, magaaziidhaan iddoo lamatti baqaqfamaniiru, goraadeedhaan gorraʼamaniiru,+ gogaa hoolaa fi gogaa reʼee uffatanii jooraniiru,+ wanta isaan barbaachisu dhabaniiru, rakkataniiru,+ akkasumas dhiphataniiru;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi