2 Mootota 1:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Isaanis, “Inni nama uffata rifeensaa uffatee+ fi mudhii isaatti qabattoo gogaa hidhate tokko dha”+ isaan jedhan. Innis yeruma sana, “Inni Eeliyaas Tishbicha dha” jedhe. Maatewos 3:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Yohaannis uffata rifeensa gaalaa irraa tolfame uffata, mudhii isaas qabattoo gogaa irraa tolfameen hidhata ture.+ Nyaanni isaa immoo awwaannisaa fi damma bosonaa ture.+
8 Isaanis, “Inni nama uffata rifeensaa uffatee+ fi mudhii isaatti qabattoo gogaa hidhate tokko dha”+ isaan jedhan. Innis yeruma sana, “Inni Eeliyaas Tishbicha dha” jedhe.
4 Yohaannis uffata rifeensa gaalaa irraa tolfame uffata, mudhii isaas qabattoo gogaa irraa tolfameen hidhata ture.+ Nyaanni isaa immoo awwaannisaa fi damma bosonaa ture.+