-
Isaayyaas 37:21, 22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Achiis Isaayyaas ilmi Amooz akkana jedhee Hisqiyaasitti ergaa erge: “Yihowaan Waaqni Israaʼel akkana jedha: ‘Senaaheriib mootii Asooriin ilaalchisee gara kootti kadhannaa waan dhiheessiteef,+ 22 dubbiin Yihowaan isa irratti dubbate kana dha:
“Intalli Xiyoon ishiin durba taate si tuffatti, sitti qoosti.
Intalli Yerusaalem mataa sitti raasti.
-