-
2 Mootota 19:20, 21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Achiis Isaayyaas ilmi Amooz akkana jedhee Hisqiyaasitti ergaa erge: “Yihowaan Waaqni Israaʼel akkana jedha: ‘Senaaheriib mootii Asooriin ilaalchisee+ kadhannaa ati gara kootti dhiheessite dhagaʼeera.+ 21 Dubbiin Yihowaan isa irratti dubbate kana dha:
“Intalli Xiyoon ishiin durba taate si tuffatti, sitti qoosti.
Intalli Yerusaalem mataa sitti raasti.
-