Isaayyaas 40:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yihowaan isa irratti hafuura isaa waan baafatuuf,+Margi lalisaan ni goga,Daraarichis ni coolliga.+ Dhugumaan namoonni akkuma marga lalisaa ti.
7 Yihowaan isa irratti hafuura isaa waan baafatuuf,+Margi lalisaan ni goga,Daraarichis ni coolliga.+ Dhugumaan namoonni akkuma marga lalisaa ti.