Faarfannaa 103:15, 16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Namni duʼu garuu umuriin isaa akkuma kan margaa ti;+Inni akka abaaboo dirree keessaatti ni daraara.+ 16 Yommuu bubbeen bubbisu garuu,Akkuma waan achi hin turreetti ni bada.*
15 Namni duʼu garuu umuriin isaa akkuma kan margaa ti;+Inni akka abaaboo dirree keessaatti ni daraara.+ 16 Yommuu bubbeen bubbisu garuu,Akkuma waan achi hin turreetti ni bada.*