Faarfannaa 90:5, 6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Ati haxooftee isaan balleessita;+ isaanis akkuma abjuutti ni badu;Isaan ganama akkuma marga biqilee ti.+ 6 Margichi ganama ni daraara, ni lalisas,Galgala garuu ni coolliga, ni gogas.+ 1 Pheexiros 1:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 “Foon* hundi akka margaa ti, ulfinni isaa hundis akka daraaraa dirree ti; margichi ni coolliga, habaaboon isaas ni harcaʼa;
5 Ati haxooftee isaan balleessita;+ isaanis akkuma abjuutti ni badu;Isaan ganama akkuma marga biqilee ti.+ 6 Margichi ganama ni daraara, ni lalisas,Galgala garuu ni coolliga, ni gogas.+
24 “Foon* hundi akka margaa ti, ulfinni isaa hundis akka daraaraa dirree ti; margichi ni coolliga, habaaboon isaas ni harcaʼa;