Faarfannaa 103:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Namni duʼu garuu umuriin isaa akkuma kan margaa ti;+Inni akka abaaboo dirree keessaatti ni daraara.+ 1 Pheexiros 1:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 “Foon* hundi akka margaa ti, ulfinni isaa hundis akka daraaraa dirree ti; margichi ni coolliga, habaaboon isaas ni harcaʼa;
15 Namni duʼu garuu umuriin isaa akkuma kan margaa ti;+Inni akka abaaboo dirree keessaatti ni daraara.+
24 “Foon* hundi akka margaa ti, ulfinni isaa hundis akka daraaraa dirree ti; margichi ni coolliga, habaaboon isaas ni harcaʼa;