Iyyoob 14:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Inni akka daraaraatti ni daraara, achiis ni coolliga;*+Akka gaaddidduutti ni darba, ni badas.+