-
Yaaqoob 1:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 inni sooressis akka daraaraa dirree keessaa waan darbuuf, gad qabamuu isaatti haa gammadu.+ 11 Sababiin isaas, akkuma yommuu aduun baʼee hoʼa isaatiin waxalee biqiltuu coolligsutti abaaboon isaa harcaʼuu fi bifti isaa inni miidhagu badu, sooressis jireenya isaatiif utuu asii fi achi fiiguu bada.+
-