Iyyoob 14:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 “Namni dubartii irraa dhalate,Umuriin isaa gabaabaa+ fi rakkinaan* kan guutame dha.+ 2 Inni akka daraaraatti ni daraara, achiis ni coolliga;*+Akka gaaddidduutti ni darba, ni badas.+ Faarfannaa 90:5, 6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Ati haxooftee isaan balleessita;+ isaanis akkuma abjuutti ni badu;Isaan ganama akkuma marga biqilee ti.+ 6 Margichi ganama ni daraara, ni lalisas,Galgala garuu ni coolliga, ni gogas.+
14 “Namni dubartii irraa dhalate,Umuriin isaa gabaabaa+ fi rakkinaan* kan guutame dha.+ 2 Inni akka daraaraatti ni daraara, achiis ni coolliga;*+Akka gaaddidduutti ni darba, ni badas.+
5 Ati haxooftee isaan balleessita;+ isaanis akkuma abjuutti ni badu;Isaan ganama akkuma marga biqilee ti.+ 6 Margichi ganama ni daraara, ni lalisas,Galgala garuu ni coolliga, ni gogas.+