- 
	                        
            
            Faarfannaa 39:5, 6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
5 Dhuguma iyyuu, guyyoonni koo muraasa qofa* akka taʼan ni goote;+
Umuriin koos si duratti homaa jechuu miti.+
Tasgabbii kan qabu fakkaatus namni kam iyyuu hafuuruma malee homaa miti.+ (Seelaa)
6 Dhugumaan namni hundi akkuma gaaddidduutti ni deema.
Akkanumaan asii fi achi joora.*
Eenyu akka itti fayyadamu utuu hin beekin qabeenya tuullata.+
 
 -