LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 39:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Dhugumaan namni hundi akkuma gaaddidduutti ni deema.

      Akkanumaan asii fi achi joora.*

      Eenyu akka itti fayyadamu utuu hin beekin qabeenya tuullata.+

  • Fakkeenya 27:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Wanta guyyaan fidu* waan hin beekneef,

      Waaʼee boruutiif of hin jajin.+

  • Lallaba 6:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Bara jireenyaa isaa isa gabaabaa fi gatii hin qabne, isa akkuma gaaddidduutti darbutti wanta gaarii namni tokko gochuu qabu eenyutu beeka?+ Namni tokko erga duʼee booda wanta aduu jalatti raawwatame isatti himuu kan dandaʼu eenyu?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi