Faarfannaa 90:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Dheekkamsa kee isa guddaadhaan kan kaʼe guyyoonni keenya ni dhumu;*Waggoonni keenyas akkuma asaasaatti* ni badu. Yaaqoob 4:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 isin jireenyi keessan boru maal akka taʼu hin beektan.+ Sababiin isaas, isin hurrii yeroo muraasaaf mulʼatee sana booda badu dha.+
9 Dheekkamsa kee isa guddaadhaan kan kaʼe guyyoonni keenya ni dhumu;*Waggoonni keenyas akkuma asaasaatti* ni badu.
14 isin jireenyi keessan boru maal akka taʼu hin beektan.+ Sababiin isaas, isin hurrii yeroo muraasaaf mulʼatee sana booda badu dha.+