Faarfannaa 62:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Ilmaan namootaa qilleensa qofa dha,Abjuu dhas.+ Isaan yommuu madaallii irra waliin kaaʼaman, qilleensa caalaa salphatu.+ Faarfannaa 144:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Namni akkuma qilleensaa ti;+Guyyoonni isaas akkuma gaaddidduu darbuu ti.+
9 Ilmaan namootaa qilleensa qofa dha,Abjuu dhas.+ Isaan yommuu madaallii irra waliin kaaʼaman, qilleensa caalaa salphatu.+