1 Seenaa Baraa 29:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Nuti akkuma abbootii keenya hundumaatti si duratti namoota biyya ormaa fi qubattoota dha.+ Sababiin isaas, barri jireenyaa keenya lafa irratti akka gaaddidduu ti;+ abdiis hin qabu. Iyyoob 14:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 “Namni dubartii irraa dhalate,Umuriin isaa gabaabaa+ fi rakkinaan* kan guutame dha.+ 2 Inni akka daraaraatti ni daraara, achiis ni coolliga;*+Akka gaaddidduutti ni darba, ni badas.+
15 Nuti akkuma abbootii keenya hundumaatti si duratti namoota biyya ormaa fi qubattoota dha.+ Sababiin isaas, barri jireenyaa keenya lafa irratti akka gaaddidduu ti;+ abdiis hin qabu.
14 “Namni dubartii irraa dhalate,Umuriin isaa gabaabaa+ fi rakkinaan* kan guutame dha.+ 2 Inni akka daraaraatti ni daraara, achiis ni coolliga;*+Akka gaaddidduutti ni darba, ni badas.+