1 Seenaa Baraa 29:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Nuti akkuma abbootii keenya hundumaatti si duratti namoota biyya ormaa fi qubattoota dha.+ Sababiin isaas, barri jireenyaa keenya lafa irratti akka gaaddidduu ti;+ abdiis hin qabu. Faarfannaa 102:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Guyyoonni koo akka gaaddidduu darbuu* ti,+Akkuma margaas coolligaan jira.+ Faarfannaa 144:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Namni akkuma qilleensaa ti;+Guyyoonni isaas akkuma gaaddidduu darbuu ti.+
15 Nuti akkuma abbootii keenya hundumaatti si duratti namoota biyya ormaa fi qubattoota dha.+ Sababiin isaas, barri jireenyaa keenya lafa irratti akka gaaddidduu ti;+ abdiis hin qabu.