LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 40:6, 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Dhagaʼi, inni tokko, “Labsi!” jechaa jira.

      Inni kan biraan immoo, “Maalan labsa?” jedhee gaafata.

      “Foon* hundi marga lalisaa dha.

      Jaalalli isaanii inni amanamaan hundi akkuma daraaraa dirree ti.+

       7 Yihowaan isa irratti hafuura isaa waan baafatuuf,+

      Margi lalisaan ni goga,

      Daraarichis ni coolliga.+

      Dhugumaan namoonni akkuma marga lalisaa ti.

  • Maatewos 19:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Ammas isinitti nan hima, namni sooressi Mootummaa Waaqayyootti galuu mannaa, gaalli qaawwa lilmoo keessa hulluuquutu salphata.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi